Nefiin ifatti in gammada—Raajiiwwan Isaayaas bara dhumaatti in hubatamu—Yihuudonni Baabilon irraa in deebi’u, Masiihichas in fannisu, akkasumas in faffaca’u, akkasumas in rukutamus—Isaan yeroo Masihichatti amananitti iddoo isaaniitti in deebifamu—Lehiin Yerusaalem keessaa erga ba’ee waggoota dhibba ja’aan booda yeroo jalqabaaf inni in dhufa—Warri Nefii seera Musee in eegu, akkasumas Qulqulluu kan Israa’eliin isa ta’e, Kiristoosittiin amanu. Naannoo bara 559–545 Dh.K.D.