Nefiin mul’ataan warra Ormootaa gidduutti hundeeffamuu waldaa daabiloosiin, abuuramuu Ameerikaa akkasumas koloneeffamuu ishee, Macaafa Qulqulluu keessaa kutaawwan baay’ee gati-jabeessi akkasumas ifaa ta’e baduu isaa, kanaafis sababa kan ta’e haala gantummaa warra Ormootaati, deebi’uu wangeelaa, dhufaatii caaffata qulqullaa’oo bara boodaa, akkasumas ijaarsa Xiyooniin mul’ataan in arge. Naannoo bara 600–592 Dh.K.D.