Sheerem Kiristoosiin in gane, Yaaqoob wajjinis wal in lole, dirqamaanis mallattoo in barbaade, akkasumas Waaqayyoon in rukutame—Raajonni hundinuu waa’ee Kiristoosii fi waa’ee Gatii kaffaltii cubbuu Isaa dubbataniiru—Warri Nefii bara isaanii akka jooranitti, rakkina keessatti dhalatanitti, akkasumas akka warra Laamaaniin jibbamanitti in jiraatan. Naannoo bara 544–421 Dh.K.D.