Kiristoos Maariyaam irraa in dhalata—Inni hidhaawwan du’aa in hiika, akkasumas cubbuu saba isaa in baata—Warri yaada garaa geeddaratan, warri cuuphaman, akkasumas warri abboommota eegan jireenya bara baraa in qabaatu—Xuraa’ummaan mootummaa Waaqayyoo dhaaluu hin danda’u—Gadi of deebisuun, amantiin, abdiin, akkasumas arjummaan in barbaadamu. Naannoo bara 83 Dh.K.D.